Berhan Blind Boarding Secondary School
Announcement Sagantaan Ceesisa Beekumsaa Wiixata Ganama Gaggeeffame.

Sagantaan Ceesisa Beekumsaa Wiixata Ganama Gaggeeffame.

28th July, 2025

Sagantaan Ceesisa Beekumsaa Wiixata Ganama Gaggeeffame.

(Adoolessa 21/2017) Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Bultii Qaro-Dhabeeyyii Birahaanitti sagantaan ceesisa beekumsaa Wiixata ganamaa sa’a hojii dura adeemsifamu kan  daayreektaroota mana barumsichaafi hojjettoota bulchiinsaa hirmaachise geggeeffame.

Sagantaa kana irratti mana barumsichaatti Ogeessa ICT kan ta’an obbo  Amantii Mitikkuu sanada   

‘Artificial intelligence (AI) application for blind person’ mata duree jedhu irratti beekumsa isaanii qoodaniiru.

Xumura irrattis Daarektarri mana barumsichaa aadde Wubaalem Dabbabee sagantaa dabarsuu  beekumsaa Kanaan Tekinooloojii  jaarraa kanaa barnootaaf oolchuuf hubannoo  tekinoolojichi barbaadu uumuu keessatti mata dureen filatame akkaan barbaachisaa ta’uu ibsanii; manni barumsaa keenyas  barattoota qoro-dhabeeyyii waan barsiisuuf hubannoo arganne kana hojiirra oolchuufi itti fayyadamuun deggarsa barnootaaf oolchuurra darbee dorgamaas isaan  taasisa jedhaniiru.

የሰኞ ጥዋት የእውቀት ሽግግር መረሀ ግብር ተካሄደ።

(ሐምሌ  21, 2017) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የአይነሰዉራን አዳሪ ትምህርት ቤት የሰኞ ማለዳ ከስራ ሰዓት መግቢያ በፊት የሚያዘጋጀው የሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር የተካሄደ ሲሆን በመድረኩ የትምህርትቤቱ ዳይረክተሮችና  የአስተዳደር  ሰራተኞች ተሳታፊ ሆነዋል።

በመርሀ ግብሩ ላይ የትምህርት በቱ  የአይሲቲ ባለሙያ የሆኑት አቶ አመንቲ ምትኩ  'አርቲፊሻል ኢንተለጀንስ (AI) መተግበሪያ በትምህርት ውስጥ' በሚለው ርዕስ ላይ  እውቀታቸዉን አካፍሏል.

በማጠቃለያው የትምህርት ቤቱ ዳይሬክተር ወይዘሮ ውብአለም ዳበበ እንደተናገሩት የዘመኑን ቴክኖሎጂ ለትምህርት ለማዋልና ስለ ቴክኖሎጂዉ ግንዛቤ ለመፍጠር የተመረጠው ርዕስ ትልቅ ጠቀሜታ እንዳለዉ  ገልፀዉ  ትምህርት ቤታችች አይነስዉራን ተማሪዎች በማስተማሩ ቴክኖሎጂዉን መጠቀም ትምህርትን ከመደገፍ ባለፈ ተወዳዳሪ እንድንሆሆኑ  ያደርገናል ብለዋል።

.

Copyright © All rights reserved.

Created with