Berhan Blind Boarding Secondary School
Home Sagantaan Ceesisa Beekumsaa/የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር

Sagantaan Ceesisa Beekumsaa/የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር

21st April, 2025

የሰኞ ማለዳ የመምህራንና የአስተዳዳር ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር ተካሄደ፡፡

 

(ሚያዚያ 13/2017 .) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2 ደረጃ /ቤት የሰኞ ማለዳ ከስራ ሰዓት መግቢያ በፊት የሚዘጋጀው የመምህራንና ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር የተካሄደ ሲሆን በመድረኩ የት/ቤቱ ዳይረክተሮች፣ መምህራንና አስተዳደር ሰራተኞች ተሳታፊ ሆነዋል።

 

በመረሓ-ግብሩ ላይ በት/ ቤቱ  ከልዩ ፍላጎት ት/ክፍል የሞቢለቲ በላሞያ የሆኑት አቶ ሞገስ ደረሰ     ‘የእይታ እክልበሚል ርዕሰ እውቀታቸውን አካፊለዋል፡፡

 

በእውቀት ሽግግሩም የእይታ እክል ትርጉሞች በሜዲካልና በትምህርት ተብሎ መከፋላቸዉንና እንዘህን የእይታ እክሎችን እንዴት መለየት እንደምቻል ብሎም ችግሮቻቸዉን እንዴት መቅረፍ እንደምቻል በጥልቅ ግንዛቤ በመስት እውቀታቸውን አካፊለዋል::

 

በመጨረሻም የትምህርት ቤቱ አስተዳደርና ፋይናንስ ዳይሬክተር ሚስተር ሳፋ ዋርቁ እንደገለፁት ለእውቀት ሽግግር መርሃ ግብር የተመረጠው ርዕስ ከትምህርት ቤታችን ተጨባጭ ሁኔታ ጋር የተጣጣመና ለስራችንም የሚረዳን ነውም ብለዋል።

 

 
Sagantaan Ceesisa beekumsaa barsiisotaa fi hojjettoota bulchiinsaa Wioixata ganamaa gaggeeffame.

 

(Ebla 13/2017) Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana barumsaa bulti qaro dhabeeyyii sadarkaa 2ffaa Birahaanitti sagantaa jijjiirraa beekumsaa barsiisotaafi hojjettootaa Wiixata ganama sa’a hojii idileen duraa geggeeffame.Waltajjicharratti daayreektarootni mana barumsichaa, barsiisonnifi hojjettoonni bulchiinsaa hirmaataniiru.

 

Saganticha irratti Muummee  fedhii addaa mana barumsichaa irraa ogeessi ‘Moobiliitii’  obbo  Mogos Darrasee  mata duree ' Mudoo qaroo ' jedhu irratti beekumsa isaa qoodeera.

 

Dabarsa beekumsaa kqana  irrattis garaagarummaa hiikaa Rakkoo/Mudoo qqaroo  gam,a  yaalaa fi barnootaa akkasumas gosoota mudoo qaroo adda baasuu fi rakkoo isaanii akkamitti akka furan hubannoo kennuun  beekumsa isaanii qoodaniiru.

 

Dhumarrattis Daarektarri Bulchiinsaa fi Faayinaansii mana barumsichaa obbo Saffaa Warquun sagantaa dabarsuu beekumsaaf mata dureen filatame haala qabatamaa mana barumsichaa waliin kan walsimu waan ta'eef hojii keenya keessatti kan nu gargaaru ta'uu ibsaniiru

 

.

Copyright © All rights reserved.

Created with