Sagantaa Baniinsa Agarsiisa Kalaqa Saayinsii
Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Magaalaa Finfinneetti Daarektaroonni, barsiisonni, fi barattoonni Mana Barumsaa Bultii Qaro Dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa 2ffaa Agarsiisa Saayinsiifi Innooveeshinii Guutuu Magaalaa 10ffaa irratti hirmaatan.
(Ebla 16/2017) Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee agarsiisa Saayinsii fi Kalaqaa Guutuu Magaalaa 10ffaa Ebla 16-18/2017tti mata duree "Dhaloota ciminaan ogummaa kalaqaa qabu badhaadhina biyyaaf!" jedhuun adeemsifame irratti hirmaataniiru. Sagantaan kun Paarkii Michoominaatti kan geggeeffame yoo ta’u, qondaaltonni mootummaa olaanoo, hoggantoonni barnootaa, qooda fudhattoonni barnootaa, ogeeyyiin barnootaa, barsiisonni, fi barattoonni irratti hirmaataniiru.
Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti daayreektarootni, barsiisonni, fi barattoonni mana barumsaa Bultii Qaro Dhabeeyyi Birahaan sadarkaa 2ffaa sagantaa kana irratti hirmaataniiru.
.