Berhan Blind Boarding Secondary School
Home Sport

Sport

24th March, 2025

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ  ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ለ10ኛው ከተማ አቀፍ የስፖርት ውድድር ዝግጅ ዙርያ  ውይይት ተካሄደ ።


መጋቢት 15፣2017 ዓ.ም በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ  ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ለ10ኛው ከተማ አቀፍ የስፖርት ውድድር ዝግጅ ዙርያ  ውይይት የተካሄደ ሲሆን ውይይቱን  የካሄዱት የትምህርት ቤቱ ርዕሰ መምህራንና  'HPE' ት/ክፍል ናቸው።


 ከመምህራን የተመረጡ ተወዳዳሪ ቡድን ምን ማድረግ እንዳለባቸዉ፤ ራሳቸውን በማዘጋጀት በትኩረት እንዲሰሩ እና በውድድሩ ሁኔታዎች ላይ በመወያየትና ሀሳብ በመለዋወጥ  ውይይቱ ተጠናቋል።


Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaala Finfinnee; Mana Barumsaa Qaro-Dhabeeyyii Birahan Sadarkaa 2ffaatti; Waldorgoommii Isportii guutuu magaalaa  1offaaf qophiifi Mariin taasifame.


Bitootessa 15/2017 Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaala Finfinnee; Mana Barumsaa Qaro-Dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa 2ffaatti; Waldorgoommii Isportii guutuu magaalaa  Marsaa 1offaaf qophiifi Mariin kan taasifame yoo ta'u,  mariin kun kan adeemsifame Hoggantoota mana barumsaafi Muummee  barnoota HPE mana barumsichaatiini.   


Marii kanaanis gareen dorgomtootaa barsiisotarraa filaman maal gochuu akka qabaniifi haaldureewwan  dorgommichaarratti  mariifi yaada waljijjiruun of qopheessuufi ciminaan hojjechu akka qaban yaada waloo irra ga'uun marichi xumurameera.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with