መጋቢት 8 ቀን 2017 የኢ-ስኩል ስልጠና ለመምህራን፣እንዲሁም የቤተ መጻሕፍትና ሬጅስትራር ባለሙያዎች ተሰጥቷል።
በስልጠናው የመክፈቻ ንግግር ያደረጉት የትምህርት ቤቱ ዳይሬክተር ወይዘሮ ውብአለም ደበበ እንደገለፁት ስልጠናው አሁን ላለንበት ክፍለ ዘመን የሚፈለግ ነው ብሏል።
አክለውም እንደ ትምህርት ቤታችን ት/ቢሮ ላበፀገዉና እንዲንጠቀም የሰጠን ሲስተም ማወቅና መጠቀም የሁላችንም ሃላፊነት ሲሆን የአይቲ መምህራንና ባለሙያዎች በማሰልጠንና ማሰወቅ ዙርያ ከነሱ የሚጠበቅ ሲሆን መሰል ስልጠናዎችን እናበረታታለን ብሏል።
ስልጠናው በ 'IT' መምህራን የተሰጠ ሲሆን በሲስተሙ አስፈላጊነት፣ ይዘት እና ውስጣዊ ጉዳዮች ላይ ያተኮረና የስልጠናው የመጀመሪያ ዙር ከሲስተሙ ይዘቶች የት/ቤት_መረጃ_ማኔጅመንት_ስርአት ላይ ነበር።
Bitootessa 8, bara 2017A.L.I Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana barumsaa Qaro-Dhabeeyyii Birahaan sadarkaa 2ffaatti leenjiin E-school barsiisota,akkasuma ogeessota Mana kitaabaafi Rijistaraaraaf kennameera.
Leenjii kanarratti haasaa saaqiinsaa kan taasisan daayirektarri Mana barumsichaa aadde Wubaalem Dabbabee haasaa taasisaniin leenjichi jaarraa amma keessa jirru keessatti waan yeroon barbaadudha jedhan.
Itti dabaluunis akka Mana barimsaa keenyatti projeektii biiroon Misoomsee akka hojiitti itti seennu taasise kanas hubannoo uumuufi leenji`uun ga'ee mara keenyaa ta'ee barsiisotniifi ogeessotni 'IT' shoora guudaatu isinirraa eegama , leenjiwwan akkasiis ni jajjabeessina jedhaniiru.
Leenjichi kan kenname barsiisota Muummee 'IT'n yoo ta'u, barbaachisummaa,qabiyyeefi keessoo siistamichaa irratti kan xiyyeffateefi leenjii marsaa jalqabaa kanaan qabiyyeewwan siistamichaa keessaaa #School_Information_Management_system irratti xiyyeeffachuun barsiisota,akkasuma ogeessota Mana kitaabaafi Rijistaraaraaf kennameera.
.