ልዩ ፍላጎት ጎልማሶችና መሰረታዊ ትምህርት ዳይሬክቶሬት በተግባር የተደገፈ የብሬል ክህሎት ምሻሻያ ስልጠና ሰጠ።
(የካቲት 8/2017 ዓ.ም) ስልጠናው ለብርሀን የአይነ ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት መምህራን እና በ2017 ዓ.ም በተቋቋሙ 12 የልዩፍላጎት የድጋፍ መስጫ ማዕከላት ለሚገኙ ተዘዋዋሪ መምህራን መሰጠቱን ከስራ ክፍሉ ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የልዩ ፍላጎት ጎልማሶችና መሰረታዊ ትምህርት ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ገመቺስ ፍቃዱ ስልጠናው በዋናነት በብርሀን የአይነስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የሚያስተምሩ መምህራንም ሆኑ ዘንድሮ በተቋቋሙ የድጋፍ መስጫ ማዕከላት የሚገኙ ተዘዋዋሪ መምህራን ከብሬል ክህሎት ማሻሻያ ጋር በተገናኘ በተግባር ተደግፎ በሚሰጣቸውን ስልጠና መሰረት በማድረግ ተማሪዎቻቸውን ውጤታማ ማድረግ እንደሚገባቸው ገልጸው ቢሮው በቀጣይ ከብሬል ክህሎት ጋር በተገናኘ የሚሰጠውን ተግባራዊ ስልጠና አጠናክሮ እንደሚቀጥል አመላክተዋል።
የብርሀን የአይነስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ርዕሰ መምህርት ወይዘሮ ውባለም ደበበ በበኩላቸው የአዲስ አበባ ትምህርት ቢሮ ለተቋማቸው እያደረገ የሚገኘውን ድጋፍ በመቀጠል ለትምህርት ቤቱ መምህራን ከብሬል ክህሎት ጋር በተገናኘ ስልጠና በመስጠቱ ምስጋና አቅርበዋል።
Biiroo Barnoota Bulchiinsaa
magaalaa Finfinneetti Daarektoreetiin Ga’eessota Fedhii Addaa fi
Barnoota Bu’uuraa leenjii fooyya’iinsa dandeettii Bireelii M/B/ Bultii Qaroo
Dhabeeyyii Sad. 2ffaa Birahaanitti
barsiisotaaf kennee jira
Biiroo barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti
Daayrektarri Daarektoreetii Ga’eessota fedhii
Addaa fi Barnoota Bu’uuraa obbo Gammachiis Fiqaaduu akka ibsanitti leenjiin kun
adda durummaan barsiisota M/B Bultii Qaroo Dhabeeyyii Sad. 2ffaa Birahaan fi barsiisota socho’oo
wiirtuuwwan deeggarsa bara kana hundeeffaman irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u,
isaanis barattoonni isaanii leenjii qabatamaa argatan irratti hundaa’uun
dandeettiiwwan Bireelii fooyyessuu waliin walqabatee bu’a qabeessa taasisuu
akka qaban ibsaniiru.
Dura buutuun mana barumsaa Qaro-Dhabeeyyii sadarkaa 2ffaa aadde Wubaalam Dabbabee gama isaaniitiin Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee deeggarsa dhaabbata isaaniif taasisaa ture itti fufuu fi barsiisota mana barumsichaa ogummaa Bireelii irratti leenjii kennuu isaaniif galateeffataniiru.