Berhan Blind Boarding Secondary School
Home የስነፅሑፍ ምሽት/Galgala Hog-Barruu(Aartii)

የስነፅሑፍ ምሽት/Galgala Hog-Barruu(Aartii)

21st March, 2025

የስነፅሑፍ ምሽት/Galgala Hog-Barruu(Aartii)

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የብርሃን አይነስውራን አዳሪ ትምህርት ቤት በሐሙስ የስነ ፅሁፍ ምሽት መርሃ ግብር ላይ ከኢትዮጵያ ብሄራዊ አይነስውራን ማህበር ጋር በመተባበር ለመምህራን ለተማሪዎችና ለትምህርት ቤቱ ሰራተኞች የሙዚቃ ጥበብና እንዲሁም ለተማሪዎች የሕይወት ተሞክሮአቸውን አቅርበዋል፡፡ 

በመርሃ ግብሩ ላይ ፕሮግራሙ ተማሪዎች ልምድ ካላቸው ባለሙያዎች እውቀት እንዲቀስሙና የህይወት ተሞክሮአቸውን ወስደው እነርሱን እንዲተኩ በትምህርት ቤቱ ርዕሰ መምህርት መልዕክት የተላለፈ ሲሆን ለማህበሩና ማህበሩን በመጋበዝ  ሃሳብ አመንጭተው ለተገበሩ መምህር አዲሱ እጅጉ  ልባዊ ምስጋና አቅርበዋል፡፡

 በመጨረሻም  የምስጋን የምስክር ወረቀት የማበርከት ተግባር ተከናውኗል፡፡

Galgala Hog-Barruu(Aartii)

Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee  Mana Barumsaa Bultii Qaro-Dhabeeyyii Birahaan sad. 2ffaatti  Waldaa Qaro-Dhabeeyyii Biyyoolessaa Itoophiyaa waliin ta'uun sagantaa galgala Ogbarruu Wiixataa irratti barsiisota, barattootaa fi hojjettoota mana barumsichaaf muuxannoo aartii muuziqaa fi jireenyaa dhiyeessee jira.

Dura buutuun mana barumsichaa aadde Wubaalem Dabbabee  barattoonni ogeessota muuxannoo qaban irraa barachuun muuxannoo jireenya isaanii fudhatanii bakka of buusuu akka qaban  ergaa dabarsaniiru.

 Dhumarrattis sirni waraqaa ragaafi galateeffannaa kennuu gaggeeffameera.


.

Copyright © All rights reserved.

Created with