Berhan Blind Boarding Secondary School
Announcement Daawwii Paarkii Aandinnat

Daawwii Paarkii Aandinnat

09th June, 2025

(ግንቦት 16, 2017) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ ት/ቤት መምህራን፣ የአስተዳደር ሰራተኞች እና ተማሪዎች የአንድነት ፓርክን ጎብኝተዋል።

በጉብኝቱ ወቅት የትምህርት ቤቱ ማህበረሰብ ከመዝናናት እና አካባቢያቸውን ከመጎብኘት ባለፈ በቱሪዝም ልማት ዙሪያ እየተሰሩ ያሉ ስራዎች ለቱሪስት ሳቢ መሆናቸዉ ከጎብኚዎች ስሜት መረዳት ተችሏል።

የትምህርት ቤቱ የአስተዳደርና ፋይናንስ ዳይሬክተር ሸፋ ወርቁ የአንድነት ፓርክን መጎብኘታችን የስራ አካባቢያችንን ወደ ቱሪስት መስህብነት እንደምንቀይር ማሳያ ነው ብለዋል፡፡ 

(Waxabajji 16,2017) Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee mana Barumsaa bulti qaro dhabeeyyii birahanitti barsiisotni, hojjettonni bulchiinsaafi baratoonni Mana barumsichaa  Paarkii Tokkummaa daawwatan.

Daawwannaa Kanaan hawaasni mana barumsichaa bashannanuufi naannoo isaanii daawwachuurra darbee hojiile gama Misooma Turiizimiitiin hojjetamaa jiran hawwata turizimiif hagam akka oolaa jiran miira daawwattootaa  daawwannaa sana irratti hirmaatan irraa baruun danda’ameera.

Daawwannaan gara Paarkii tokkummaatti taasifame kun naannoo hojii keenyaa hawwata turiizimiif oolchuu akka dandeenyuuf agarsiistudha kan jedhan Daayirektarri bulchiinsaafi faayinaansii mana barumsichaa obbo saffaa warquu nus akka mana hojii keenyaatti mooraa mana barumsaa keenya qabiyyee bareeda amma qabatee jiru kana tursuufi hawwattummaasaa dabaluu irratti cimnee hojjechuu qabnas jedhaniiru..

Copyright © All rights reserved.

Created with