Berhan Blind Boarding Secondary School
Announcement Ceesisa Beekumsaa

Ceesisa Beekumsaa

09th June, 2025

የሰኞ ማለዳ የመምህራንና የአስተዳዳር ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር ተካሄደ፡፡

(ግንቦት 18/2017 ዓ.ም) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት የሰኞ ማለዳ ከስራ ሰዓት መግቢያ በፊት የሚዘጋጀው የመምህራንና ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር የተካሄደ ሲሆን በመድረኩ የት/ቤቱ ዳይረክተሮች፣ መምህራንና ሰራተኞች ተሳታፊ ሆነዋል።

በእዉቀት ሽግግሩምላይ እውቀታቸውን ያካፍሉ፣ በትምህርት ቤቱ የግዥ ቡድን መሪ የሆኑት ወ/ሮ ሙሉ ዳባባ 'የከይዘን ጥቅል-ዕይታ' በሚል ርዕስ እውቀታቸውን አካፍለዋል።

በእውቀት ሽግግሩ ወቅት የካይዘንን ፅንሰ ሀሳብ፣ አስፈላጊነትና አተገባበር እንዲሁም የስራ ስርዓታችንንና አመለካከታችንን በመቀየር ረገድ ስላለው ሚና የተለያዩ ሃሳቦችን አንስተዋል።

በፕሮግራሙ ማጠቃለያ ላይ የትምህርት ቤቱ የአስተዳደርና ፋይናንስ ዳይሬክተር ሚስተር ሳፋ ዋርቁ እንደተናገሩት ካይዘን ለለውጡ ስኬትና ወቅቱ ለሚጠይቀው የአገልግሎት አስማት ከፍተኛ ጠቀሜታ አለው  ብሏል።

Sagantaan jijjiirraa beekumsaa barsiisotaa fi hojjettoota bulchiinsaa Wiixata  ganamaa Adeemsifame.

Caamsa 18,  2017 Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana barumsaa Bultii Qaro Dhabeeyyii Birahaan sadarkaa 2ffaatti  Sagantaan beekumsaa ceesisuu wiixata ganamaa sa'aatii hojiin duraa kan dura bu’uuta mana barumsaa, barsiisotaa fi hojjettoota bulchiinsaa hirmaachise  gaggeeffame.

Saganticha irratti beekumsa isaanii kan qoodan mana barumsichaatti dursituu garee bittaa kan ta'an aadde Muluu Dabbabaa mata duree ' የከይዘን ጥቅል-ዕይታ' Kaayizen jedhu irratti beekumsa isaanii qoodaniiru. 

Qoodiinsa beekumsaa taasifame irrattis  yaadrimee Kaayizenii, barbaachisummaa isaafi akkaataa hojiirra oolmaa isaa irratti yaadota gara garaa kan qoodan yoo ta'u, sirna hojii keenyaafi ilaalcha keenya jijjiiruu irrattis shoora inni qabu kaasaniiru.

Xumura sagantichaa irratti haasaa kan taasisan Daayirektarri bulchiinsaafi Faayinaansii mana barumsichaa obbo Saffaa Warquu, Jijjiiramafi si'aayina tajaajilaa yeroon barbaadu milkeessuuf barbaachisummaan kaayizenii guddaa ta'uu ibsuun hojiirra oolmaasaatiif qaamoleen hunduu tumsuu akka qaban dhaamani.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with