Barattoonni M/B Bultii Qaro-Dhabeeyyii Birahaan waldorgommii gaaffiifi deebii mo'atan.
(Waxabajjii 6 bara 2017), Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinneetti waldorgommii gaaffiifi deebii manneen barnootaa Bultii gidduutti adeemsifameen mo'achuu barattoota isaaniitiin hawaasni mana barumsaa Bultii Qaro-Dhabeyyii Birahaan gammachuu isaanii ibsatan.
Dorgommichi kan adeemsifame manneen barnootaa Bultii sadeen Magaalaa Finfinnee keessatti argaman gidduutti yoo ta'u Barattootni Mana barumsaa Birahaan Saayinsii Hawaasaatiin dorgommicharratti hirmaataniiru.
Waldorgommii kanaan Barattoonni mana barumsaa Bultii Qaro-dhabeeyyii Birahaan qabxii olaanaa galmeessisuudhaan sadarkaa mana barumsaatti waldorgommii dorgomtoota saayinsii Hawaasa gidduutti adeemsifameen sadarkaa 1ffaan xumuraniiru.
Waldorgommiin kun bu'aa dhamaatii waldorgommii gaaffiifi deebii taasifamaa tureefi cichoominaan hojjechuu dura bu'ootaa, barsiisotaa, barattootaafi qooda fudhattoota maraa ta'uu ibsuun dura bu'oonni akkasumas koreen gaaffiifi deebii mana barumsichaa barattootaafi hawaasa mana barumsaa maraan baga gammaddan baga gammanne jedhaniiru.
ብረሃን የአይነስዉራን አዳሪ ትምህርት ቤት ተማሪዎች በአዳሪ ት/ቤቶች 12ኛ ክፍል መካካል የተደረገዉን የጥያቄና መልስ ውድድር አሸንፉ።
(ሰኔ 6, 2017) በአዳሪ ትምህርት ቤቶች መካከል በተካሄደው የጥያቄና መልስ ውድድር ብረሃን የአይነስዉራን አዳሪ ትምህርት ቤት ማህበረሰብ ተማሪዎቻቸው በማሸነፋቸዉ ደስታቸዉን ገለፁ፡፡
ውድድሩ በአዲሰስ አበባ ከተማ ከሚገኙት ሶስት የአዳሪ ትምህርት ቤቶች መካከል የተካሄደ ሲሆን ብርሃን የአይነስዉራን አዳሪ ት/ቤት ተማሪዎች በማህበራዊ ሳይንስ ተወዳድረዋል። የብርሃን አይነስዉራን አዳሪ ትምህርት ቤት ተማሪዎች ከፍተኛ ውጤት አስመዝግበው በትምህርት ቤት ደረጃ በማህበራዊ ሳይንስ ውድድር 1ኛ ሆነው አጠናቀዋል።
ውድድሩ የርዕሰ መምህራን፣ መምህራን፣ ተማሪዎች እና የሁሉም ባለድርሻ አካላት ጥረት ውጤት መሆኑን ገልጾ ርዕሰ መምህራን እንዲሁም የት/ቤቱ የጥያቄና መልስ ኮሚቴ ለተማሪዎቹ እና ለመላው የትምህርት ቤቱ ማህበረሰብ እንኳን ደስ አላችሁ ብለዋል።




.