ትስስር/walitti Hidhamiinsaa
03rd April, 2025
የትስስር ተቋማት የስራ አፈጻጸም ግምገማ መድረክ ተካሂደ
(መጋቢት 25 ቀን 2017) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት የ9 ወራት የስራ አፈጻጸም ግምገማ መድረክ ተካሂዷል። በውይይት መድረኩ የት/ቤት ርእሰ መምህራን ፣ የውስጥ ትስስር ተወካዮች፣የዉጭ የትስስር ፈራሚ ተቋማት ተወካዮች እና ባለድርሻ አካላት ተገኝተዋል።
የመወያያ ሰነድ በትምህርት ቤቱ ዳይሬክተር ወ/ሮ ውባለም ዳበበ ቀርቧል። በውይይት ሰነዱ ላይ ትምህርት ቤቱ እንደማንኛውም ተቋም ራዕይ፣ ተልዕኮ እና እሴት እንዳለው ተናግሮ ይህንንም ለማሳካት ተቋሙ ከፌዴራል ተቋማት፣ ከከተማዎችና በአከባቢዉ ካሉት መንግስታዊና ኢመንግስታዊ ጋር ተቋማት በቅንጅት ይሰራል ብሏል።
በተጨማሪም ለባለድርሻ አካላት የቀረበው የውይይት ሰነድ 12ተቋማት ከትምህርት ቤቱ ጋር በቅንጅት ለመስራት ስምምነት የተፈራረሙ ሲሆን ከሌሎች ጋር በጋራ ለመስራት ሁኔታዎችን እያዘጋጀን ነው ብለዋል።
ዳይሬክተሯ በቀረዉ ሰነድ ላይ ለሰጡ ገንቢ አስተያየትና ግብአት ተሳታፊዎችን አመስግነው በመጨረሻም ላለፉት 9 ወራት ከትምህርት ቤቱ ጋር ትስስር በመፍጠር ሲሰሩ ለቆዩት የምስክርና የመስጋና ወረቀት አበርከቷል፡፡
Waltajjiin gamaaggama hojii kan dhaabbilee walitti hidhamiinsaafi Qindoominaan hojjetanii adeemsifame.
Bitootessa 25,2017 mana barumsaa Bultii qaroo Dhabeeyyii Birahaan sardarkaa 2ffaatti waltajjiin gamaggama raawwii hojii ji’oota 9 kan dhaabbilee qooda fudhattoota sanada waliii galtee walitti hidhamiinsaa mallatteessan hirmaachise adeemsifame. Waltajjicharrattis dura bu’oonni mana barumsichaa, Bakka bu’oonni walitti hidhamiinsa keessoo, bakka bu’oonni dhaabbilee walitti hidhamiinsa mallatteesaniifi qaamonni dhimmichi ilaallatu hirmaataniiru.
Mariii kana irratti sanadi marii Daayirektara mana barumsichaa kan ta’an aadde Wubaalem Dabbabeetiin dhiyaatera. Sanada marii kana irrattis manni barumsichaa akkuma dhaabbata kamiiyyuu Mul’ata, ergamaafi duudhaa kan qabu yoo ta’u, Kana galmaan gahuuf hojiiwwan dhaabbatichi qindoomina manneen hojii federaalaa, Magaalotaafi kutaa magaalichaa waliin hojjetu sababa walitti hidhamiinsaa ta’uu heeraniiru.
Dabalataanis Qabiyyee sanada marii dhiyaateen dhaabbileen qooda fudhattotaa mana barumsichaa waliin walitti hidhamiinsa uumuun hojjechuuf walii galtee mallatteessan 12 ta’uufi kanneen biroo waliinis walitti hidhamiinsa uumnee hojjechuuf haaldureewwan mijeessuu irratti argamnas jedhaniiru.
Hirmaattoonni Dhaabbilee sanada walitti hidhamiinsaa mallatteessan bakka bu’uun waltajjicharratti argaman gabaasa dhiyaate irratti yaadota ijaarsaafi galtee hojichaa ta’an kennuu isaaniitiin kan galateeffatan daayirektarri mana barumsichaa, dhumarratti hirmaannaa olaanaa agarsiisuun hojiiwwan ji’oota 9’n darbaniif mana barumsichaa waliin hojjechaa turaniif waraqaa ragaafi Galateeffannaa kennaniiru.







.