መጋቢት 29፣2017 በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት በ10ኛ ክፍል ተማሪዎች መካከል የጥያቄ እና መልስ ዉድድር ተካሄደ።
በትምህርት ቤቱ የአካዳሚክ ዳይረክተር የሆኑት አቶ ሶሎሞን ሆረዶፋ የመክፈቻ ንግግር ያደረጉት ሲሆን የዛረዉ የጥያቄና መልስ ዉድድር የተማሪዎች መጨመርና ሴት ተወዳዳሪ ተማሪዎችም ቁጥራቸዉ ከዚህ በፊት ከነበረዉ ከፍ ማለቱ ዉድድሩን ለየት ያደርጋዋል ብሏል፡፡
በመጨረሻም በዉድድሩ ላይ ላሸነፉትና ለተወዳደሩት ተማሪዎች የእዉቅናና ማበረታቻ ሽልማት ተሰጥቷቿል፡፡
Bitootessa 29, 2017 Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Bultii Qaro-Dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa Lammaffaatti barattoota kutaa 10 ffaa gidduutti dorgommiin gaaffii fi deebiiN gaggeeffameera.
Daayirektara akkadaamii mana barumsichaa kan ta’an obbo Solomon Hordofaa haasaa baniinsaa taasisaniin waldorgommii guyyaa har’aa baay’inni barattoota waldorgommiif dhiyaatanii dabaluufi barattotni shamarranii kan duraan baratemerraan adda dorgommicha keessatti hirmaachuun isaanii adda taasisa jedhaniiru.
Dhumarrattis barattoota dorgommicha irratti hirmaataniifi qabxii guddaa galmeessaniif beekamtiifi badhaasni onnachiistuu kennameeraf.