መጋቢት 15፣2017 በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት በ12ኛ ክፍል ተማሪዎች መካከል የጥያቄ እና መልስ ዉድድር ተካሄደ።
በትምህርት ቤቱ የጥያቄና መልስ ኮሚቴ የተቋቋመ ሲሆን ኮሚቴው በስራ እቅዱ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች የጥያቄና መልስ ውድድር አካትቷል።
ውድድሩ ተማሪዎች ራሳቸውን ለ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና በማዘጋጀት የተማሩትን በማንበብ እና በማስታወስ ላይ እንዲያተኩሩ ለማድረግም ነው ተብሏል።
Bitootessa 15, 2017 Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Bultii Qaro_dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa 2ffaatti; barattoota kutaa 12ffaa gidduutti dorgommiin gaaffii fi deebii gaggeeffameera.
Mana barumsichaatti koreen gaaffiifi deebii hundaa'ee kan jiru yoo ta'u; koreen kun karoora hojii baafate keesstti haammachiisuun barattoota kutaa 12ffaa gidduutti waldorgommiin gaaffiifi deebii adeemsifameera.
Waldorgommii kanaanis barattoonni qormaata ba'iinsaa kutaa 12ffaa fudhatan akka of akka qopheessaniifi xiyyeeffannoo isaanii barnoota baratan of yaadachiisuufi dubbisuu akka ta'es kan akeekudhas jedhame.