በዛሬዉ ዕለት(0 8/07/2017) የሰኞ ማለዳ የእውቀት ሽግግር መርሐ-ግብር የሰዉ ሀብት ልማት ቡድን መሪ በሆኑት ወይዘሮ ሳራ አሰፋ ‘ በስራችን ስኬታማ ለመሆን የሚረዱን መርሆዎች’ በሚል ርዕስ ቀርቧል፡፡
በመርሐ-ግብሩም ስኬት ያለስራ የማይመጣና ተግትን መስራት አለብንም ብሏል፡፡
ከርዕሱ ጋርም አያይዘዉ የስኬት ትርጉም ማወቅና በስራችን ስኬታማ ለመሆን የሚረዱ 9 መርሆዎች ማለትም አለቃን አለመጠበቅ ፤ ራሳችንን መገምገም፤ ራሳችንን ሁሌ ማሻሻል፤ ሃሳባችንን መግለጽ፤ ዉጤት ተኮር ስራን መስራት ፤ ለችግሮች መፍትሄን ማቅረብ ፤የስራን ሰአት ማክበር፤ ባለንበት በደንብ መስራት እና ጤናን መጠበቅ የሚሉትን አሰረድቷል፡፡
ቀጥሎም የት/ቤቱ ም/ሀላፊና የፋይናንስና አስተዳደር ዳይረክተር አቶ ሰፋ ወርቁ በሰኞ ማለዳ የእውቀት ሽግግር መርሐ-ግብር ገንቢና ለተቋሙም የሚበጁ ሀሰቦች በየሳምንቱ እየመጡ በመሆናቻዉ አመስግኖ ይህ ልምድ መቀጠል አለበትም ብሏል፡፡
Har'a (0 8/07/2017) Sagantaan beekumsa ceesisuu wiixata ganamaa mata duree 'Dhudhaalee hojii keenya keessatti milkaa'uuf nu gargaaran' jedhuun Hoggantuu Garee Misooma Qabeenya Humna Namaa Aadde Saaraa Asaffaan dhiyaateera.
Milkaa’inni keessatti hojii cimaa malee akka hin dhufneefi cimnee hojjechuu akka qabnus dubbataniiru.
Akkasumas mata duree kanaan kan walqabatu hiika milkaa’ina beekuu fi qajeeltoowwan 9 hojii keenya keessatti milkaa’uuf nu gargaaran, jechuunis hogganaa eeguu dhiisuu; Of madaaluu; Yeroo hunda of fooyyessuu; Yaada keenya ibsuu; Hojii bu’aa irratti xiyyeeffate hojjechuu; Rakkoolee mudataniif furmaata kennuu; Wantoota haala amma keessa jirru keessatti akka gaariitti hojjechuufi fayyaa keenya keenya eeggachuu kan jedhu ibsaniiru.
Itti aansuun, Itti gaafatamaa itti Aanaa fi Daarektarri Faayinaansiifi Bulchiinsa mana barumsichaa obbo Saffaa Warquu, Sagantaa Beekumsa ceesisuu Wiixata ganamaan yaadtni haaraa torban torbaniin dhufaa jiran dhaabbatichaaf bu’aa qabeessa ta’uu isaatiin hirmaattota galateeffachuun, gochi kun itti fufuu akka qabu ibsaniiru.