Berhan Blind Boarding Secondary School
Home Leenjii Hubannoo Uumuu

Leenjii Hubannoo Uumuu

12th April, 2025

በአካል ጉዳተኞች ዙርያ  የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ተሰጠ፡፡

 

 ምያዚያ 03, 2017 በአዲስ አባባ ከተማ አስተዳደር ት/ቢሮ ብረሃን የአይነ ስዉራን ኣዳሪ  2 ደረጃ ትምህርት ቤት 'ለነጌዋ ሴቶቺ ማሰልጠኛና ማገገሚያ' ማዕከል ጋር በመተባበር ለሁሉንም የትምህርት ቤቱ ማህበረሰብ (ዳይሬክተሮች መምህራን የአስተዳደር ሰራተኞች እና ተማሪዎች) ያሳተፈ በአካል ጉዳተኞች ጉዳዮች ላይ የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ተሰጥቷል።

 

ስልጠናውን የሰጡት በለነጌዋ ሴቶች ማሰልጠኛና ማበልፀግ ማዕከል የስልጠና ዳይሬክተር በሆኑት አቶ  አየለ   ሲሆን በብረሃን የአይነስዉራን አዳሪ 2 ደረጃ /ቤት የሚማሩት ተማሪዎች አይነስዉራን በመሆናቸዉ በዚህ ተቋም የሚሰሩት ሰራተኞች በአካል ጉዳተኞች ዙሪያ ያሉትን ልዩ ፍለጎት ዙርያ ግንዛቤ ለማስጨበጥ ስልጠናዉ ጠቃሚ መሆኑን ገልጸዋል፡፡

 

ብረሃን የአይነስዉራን አደዳረ 2 ደረጃ /ቤት ከለነጌዋ ሴቶች ማሰልጠኛና ማበልፀግ ማዕከል ጋር

ለመስራት ሰነድ መፈራረማጨዉ የሚታወስነዉ፡፡      

 

 Leenjiin hubannoo uumuu dhimmoota qaamaan Miidhamtootaa irratti xiyyeeffate kenname.

 

Ebla 04, 2017  Biiroo barnoota magaalaa Finfinnee Mana barumsaa Bultii Qaro Dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa 2ffaatti leenjiin hubannoo uumuu dhimmoota qaamaan Miidhamtootaa irratti xiyyeeffate Wal-ta’iinsa ‘Giddu gala Leenjiifi haaromsaa Lanageewaa Seetochii’n hawaasa mana barumsichaa hunda(Daayirektaroota, Barsiisota, Hojjettoota bulchiinsaafi barattoota hirmaachisuun  kenname.

 

Leenjiin kun kan kenname Giddu gala Leenjiifi haaromsaa Lanageewaa Seetochiitti Daayirektera kenna Leenjii Kan  ta’an Obbo Ayyalaatiin   kennameera.

 

Manni barumsichaa dhaabbata Leenjiifi haaromsaa Lanageewaa Seetochii waliif walitti hidhamiinsaan hojjechuuf sanada walii galtee mallatteessuun isaa ni yaadatama.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with