(መጋቢት 22/2017 ዓ.ም) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በብርሃን
የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት የሰኞ ማለዳ ከስራ ሰዓት መግቢያ በፊት የሚያዘጋጀው የመምህራንና ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር
መርሀ ግብር የተካሄደ ሲሆን በመድረኩ የት/ቤቱ ዳይረክተሮች፣ መምህራንና ሰራተኞች ተሳታፊ ሆነዋል።
በመረሓ ግብሩ ላይ በት/ት ቤቱ ጤ.ሰ.ማ ት/ክፍል አስተባበሪነት የተዘገጀዉን በት/ቤቱ የጤ.ሰ.ማ ትምህርት መምህር የሆኑት መ/ር ስማቸዉ ታደሰ ‘የአካል ብቃት እንቅስቃሴ የጤና ጥቅሞች’
ላይ ያደረገ ሰነድ በማቅረብ እውቀታቸውን አካፊለዋል፡፡
በመረሓ ግብሩም የአካል ብቃት እንቅስቃሴ ማድረግ በዕድሜ፣ በፆታ፣ በቦታና ግዜ የሚገደብ ባለመሆኑ ማንም በሚሰረበትና በሚኖሪበት የአካል ብቃት እንቅስቃሴን በማድረግ ጤንነቱን ከመጠብቅ ባሻገር የሚሰራቻዉ ስራዎች በብቃትና በጥሩ ስሜት ማከነወን፣ እነዲሁም ጤናማ ማህበራዊ ኑሮ ትስስረ እንዲኖር የሚየደርግ መሆኑ በሰነዱ ቀርቧል፡፡
(Bitootessa 22/2017) Biiroo
Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Bultii Qaro-Dhabeeyyii
Birahaan Sadarkaa Lammaffaatti sagantaan beekumsa dabarsuu wiixata ganamaa kan
sa’a hojii dura adeemsifamu irratti Daayireektaroonni, barsiisotaa fi
hojjettootni bulchiinsaa mana barumsichaa hirmaataniiru.
opheessee jira. Waltajjicharratti
daayreektaroota, barsiisonni, hojjettoonni mana barumsichaa hirmaataniiru.Sagantaa
kana irratti barsiisaan Muummee Barnoota guddinaafi
Jabeenya qaamaa mana barumsichaa b/saa Simachaw Taaddasee sanada
'Faayidaa sochiin qaamaa faayyaa irratti qabu' jedhu kan qindoomina muummee
Guddinaafi jabeenya qaamaatiin qophaa'e dhiyeessuun beekumsa isaanii
qoodaniiru.
Sochiin qaamaa umurii, saala,
iddoo, ykn yeroodhaan kan daangeffame akka hin taanee fi bakka jiruu fi hojjatu
hundatti sochii qaamaa gochuun fayyaa ofii eeguu qofa osoo hin taane, hojiiwwan
raawwataman gahumsaa fi miira gaariin akka raawwatu, akkasumas jireenya
hawaasummaa fayya qabeessa ta’e eegu kan dandeessisu ta’uu sanadni kun ni ibsa.


.