ዛሬ ሀሙስ በቀን 17/08/2017ዓ/ም በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ብርሃን የዓይነ ስውራን አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ከሙያና ክህሎት ትምህርት አንዱ የሆነዉ የቮካል ፐርፎርማንስና ዳንስ የሚማሩት ተማሪዎች በእንጦጦ ፖሊ ቴክኒክ ኮሌጅ የሙዚቃ ትምህርት ክፍል ትምህርታዊ ጉብኝት አደረጉ።
በጉብኝቱ ወቅት የኮሌጁ ተወካይ በመምጣታችሁ ደስ ብሎናል እንካን ደህና መጣችሁ ካሉ በኋላ ባደረጉት ገለፃ ተፈሪ መኮነን ፖሊ ቴክኒክ ኮሌጅ የተመሰረተበትን አንድ መቶኛ አመት ሊያከብር የመጨረሻ ዝግጅት ምእራፍ ላይ በደረስንበት ወቅት በመምጣታችሁ ትክክለኛውን የሙዚቃ ድግስ ትካፈላላችሁ ብለዋል፡፡
በመጨረሻም በባንድ ከታጀበዉ የሙዚቃ ድግስ ኋላ ብርሃን የዓይነ ስውራን አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ተማሪዎችም በግልና በቡድን በመሆን የሙዚቃ ስራ አቅርበዋል።
በመቀጠልም በግቢው ውስጥ ያሉ የተለያዩ ቦታዎችን በመጎብኘትና ማሰረታወሻ ፎቶ በመነሳት የእለቱን መርሐ-ግብር አጠናቅቀው ወደ ግቢ ተመልሰዋል።
Guyyaa har'aa Kamisa Ebla 17/2017 Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Bultii Qaro-Dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa Lammaffaatti barattoonni agarsiisa sagalee fi shubbisaa, kutaa Muuziqaa Kolleejjii Pooliteeknikii Inxooxxootti daawwannaa barnootaa taasisaniiru.
Daawwannaa kana irratti bakka bu'aan kolleejjichaa "isin simachuu keenyatti gammadneerra" jedhan. simannaan booda ibsa kan kennan bakka bu'ichi "kabajaWaggaa dhibbaaffaa hundeeffama Kolleejjii Pooliteeknikii kanaa kabajuuf qophii marsaa dhumaarratti asitti argamuun keessan dhangaa muuziqaa ho'aa irraa qooddataa isin taasisas jedhaniiru.
Dhumarrattis affeerraa muuziqaa baandiin waliin taasifameen booda barattoonni Mana Bultii Qaro-Dhabeeyyii Birahaan Sadarkaa Lammaffaa irraas dhuunfaafi gareen hojii muuziqaa dhiyeessaniiru.
Sana booda mooraa keessatti iddoowwan adda addaa daawwachuun, suuraa yaadannoo ka'uun, achiis gara mooraa deebi'uun sagantaa guyyichaa xumuraniiru.