የሰኞ ማለዳ የመምህራንና የአስተዳዳር ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር ተካሄደ፡፡
(ግንቦት 04/2017 ዓ.ም) በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት የሰኞ ማለዳ ከስራ ሰዓት መግቢያ በፊት የሚዘጋጀው የመምህራንና ሰራተኞች የዕውቀት ሽግግር መርሀ ግብር የተካሄደ ሲሆን በመድረኩ የት/ቤቱ ዳይረክተሮች፣ መምህራንና ሰራተኞች ተሳታፊ ሆነዋል።
በመረሓ-ግብሩ ላይ በት/ት ቤቱ ባዮሎጂ ት/ክፍል መምህር ገለታ ማቴዎስ የአካባቢ ግንዛቤ እና ጥበቃ’ በሚል ርዕሰ እውቀታቸውን አካፍለዋል፡፡
የዕውቀት ሽግግሩም የአካባቢ ብክለት መንስኤዎች ፣የአካባቢ ጥበቃ አስፈላጊነት፣የአካባቢ ጥበቃ ተግዳሮቶች፣ ዓለም አቀፋዊ የአካባቢ ጥበቃ ስራዎች፣ የትምህርት እና የግንዛቤ ማስጨበጥ በአካባቢ ጥበቃ ላይ ያለቸዉ ሚና፣ የግለሰቦች ሚና፣ ባከባበቢ ጥበቃ ዉስጥ የማህበረሰብ እና የመንግስት ሚና የምሉት ነጥቦችን በማንሳት ዕዉቀታቸዉን ያከፈሉት ስሆን በመጨረሻም በአካባቢ ጥበቃ ላይ ሁሉም ሰው የራሱ ሚና አለው ብሏል፡፡Sagantaan jijjiirraa beekumsaa barsiisotaa fi hojjettoota bulchiinsaa Wiixa ganamaa gaggeeffameera.
Caamsaa, 2017 Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana barumsaa Bultii Qaro Dhabeeyyii Birahaan sadarkaa 2ffaa tti Sagantaan beekumsaa ceesisuu wiixata ganamaa sa'aatii hojiin duraa kan dura bu’uuta mana barumsaa, barsiisotaa fi hojjettoota bulchiinsaa hirmaachise gaggeeffame.
Saganticha irratti barsiisaan Baayoloojii mana barumsichaa Bariisaa Galataa Maatewoos mata duree 'Hubannoo fi kunuunsa naannoo' jedhuun beekumsa qaban qoodaniiru.
Dabarsi beekumsaa kun mata dureewwan akka sababoota faalama naannoo, barbaachisummaa eegumsa naannoo, qormaatilee kunuunsa naannoo, tattaaffii eegumsa naannoo sadarkaa Idil-addunyaa, gahee barnootaafi hubannoo uumuun eegumsa naannoo keessatti qabu, gahee namoota dhuunfaa, akkasumas gahee hawaasnifi mootummaan eegumsa naannoo keessatti qaban kan hammatedha.
Dhumarratti, eegumsa naannoo keessatti namni kamiyyuu gahee qaba jechuun yaada xumuuraa kaasaniiru.






.