Berhan Blind Boarding Secondary School
Home የእውቀት ሽግግር/Beekumsa Dabarsuu

የእውቀት ሽግግር/Beekumsa Dabarsuu

19th March, 2025

በብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት የሰኞ ማለዳ የእውቀት ሽግግር መርሐ-ግብር ተካሄደ።

የካቲት 24 ቀን 2017 የእውቀት ሽግግር መርሐ-ግብር   “ተቋማችንን  ከውድቀት መከላከል” በሚል ርእስ  የቤተ-መጻህፍት ባለሙያ በሆኑት አቶ ዋቅቶላ ሃይሉ ቀርቧል።

 በእውቀት ሽግግር መርሃ ግብሩ  የተካተቱት ተቋማትን ለውድቀት የሚዳርጉ ሁኔታዎችና እንዴት  ተቋሞቻችን ከዉድቀት እንከላከል የሚሉ  ናቸው።

ተቋማችን  ከውድቀት ለመታደግ የመጀመርያው እርምጃ የተቋማችንን ራዕይና ግብ እንዲሁም ዓላማዎችን በትክክል ማወቅ ነው ብለዋል።

Sagantaan  beekumsa ceesisuu  wiixata ganamaa mana barumsaa Qaro-Dhabeeyyii Birahaan sadarkaa 2ffaatti  gaggeeffameera.

Gurraandhala 24, 2017, "Preventing  Organization from Failure’’ mata duree jedhuun ogeessa Mana kitaabaa kan ta'an obbo Waaqtolaa Hayiluutiin   qophaa'ee  dhiyaateera.

Sagantaa beekumsa Dabarsuu kana irratti wantoota dhaabbilee kufaatiif saxilan, akkamittiin kufaatii irraa baraaruu dandeenya kan jedhuufi kanneen biroon yaadota ijoo dhiyeessii isaaniitiin hammatamaniidha. 

Dhaabbata keenya kufaatii irraa baraaruuf inni jalqabaa mul'aata fi galma, akkasumas kaayyoo dhaabbata keenyaa sirriitti beekuun isa jaqabaati jedhaniiru.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with