Berhan Blind Boarding Secondary School
Home ጉብኝት/Daawwii

ጉብኝት/Daawwii

19th March, 2025

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ  ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት መምህራን፣ የአስተዳደር ሰራተኞች እና ተማሪዎች ሰበታ የዓይነ-ስውራን    የመጀመሪያ ደረጃ ትምህርት ቤት ጎብኝተዋል።

በጉብኝቱ ወቅት ሁለቱም ትምህርት ቤቶች ዓይነ-ስውራን ተማሪዎችን በማስተማር ላይ ያተኮሩ ሲሆን ትምህርት ቤቶቹ የዓይነ-ስውራን ተማሪዎችን የትምህርት አሰጣጥ ሂደት ላይ ልምድ ተለዋወጡ።

ከ60 ዓመታት  ዓይነ-ስውራን ተማሪዎችን ሲያስተምር የቆየው ትምህርት ቤቱ  ሊምዱን ለሁሉም  ብርሃን የዓይነ-ስውራን አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ማህበረሰብ (መምህራን፣ተማሪዎች፣የአስተዳደር ሰራተኞች) አካፍሏል።

Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti; Barsiisotni, Hojjetootni bulchiinsaa fi Barattoonni M/B Bultii Qaro-dhabeeyyii Sadarkaa 2ffaa Birahaan;  Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti kan argamu M/B barattoota  Qaro-Dhabeeyyii sad. 1ffaa  Sabbataa Daawwatan.

Daawwannaa kanaanis manneen barnootaa lamaanuu barattoota Qaro-Dhabeeyyii barsiisuu irratti kan xiyyeeffatan ta'uun isaanii manneen barnootaa kana kan walfakkeesu yoo ta'u, manneen barnootaa kunniin adeemsa kenniinsa barnootaa; kan barattoota Qaro-dhabeeyyii irratti muuxannoo waliif qooduun fiixa ba'iinsa hojii manneen barnootaa lamaaniif galtee ta'uun isaa himameeera.

Akka biyyaatti manni barumsaa buleessi barattoota qaro dhabeeyyii waggoottan 60 oliif barsiisuurratti argamu  hawaasa mana barumsaa Qaro-dhabeeyyii Sadarkaa 2ffaaBirahaan (barsiisota,barattoota,hojjettota bulchiinsaa) hundaaf muuxannoo isaanii qoodaniiru.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with